You are only one to attend your Private Incoming Calls using this app.
Ayatolaah Alii Kameenii gaggeessaa hafuuraa [amantaa] Iraan yoo ta’an, biyyattii keessatti aangoo hundaa ol ta’e qabu.
Biyyattii keessatti dhimmoota mootummaa ilaallatan hundarratti murtee dhumaa namni kennu Ayatolaah Alii Kameeniidha.
Dursaan amantaa umuriin isaanii waggaa 85 ta’e kun abbaafi hundeessaa Rippablika Iraan Ayaatolaah Ruhollaa Komeenii du’uu hordofee ture bara 1989 kan gara hogganaa olaanaa ta’an.
Yeroo sanarraa kaasee, siyaasa Iraaniifi humnoota hidhatan irratti olaantummaa qabachuun sirna bulchiinsaafi aangoo biyyattii kamiiniyyu ol ta’anii jiraatu. A24
Ayatolaah Kameenii waldhabdee Ameerikaa waliin deemaa jiru dabalatee dhimmoota alaa irrattis yeroo hunda ejjennoo cimaa fudhachaa tureera.
Skip Baay’ee kan dubbifame and continue reading
Baay’ee kan dubbifame
- Biyyi Afriikaa meeshaa nikulaaraa qabdu turte kami, meeshicha eessa keesse?
- Milkaa’inoota torbee kanaa Tiraamp ittiin dhaadatan afran
- Ameerikaan akkamiin buufata niwukilaraa Iraan haleele jette?
- Waancaan Kilaboota Addunyaa ‘yaada badaa’ kubbaa miillaa gufachiisu – Kiloop
End of Baay’ee kan dubbifame
Bara 1939 magaalaa kaaba bahaa Mashhaad keessatti kan dhalate, ilma hayyuu amantii kan ta’e Alii Kameenii, gara magaalaa qulqulluu Shi’aa Qoom osoo hin deemin dura magaalaa dhaloota isaatti seminaarii keessatti barate.
Bara 1962 sochii mormitoota amantii Ayaatolaah Komeenii Shah Mohammad Reezaa Pahlavii irratti hirmaate.
Dargaggummaasaatti Alii Kameenii duuka buutuu Komeenii of kenne ta’e. Akka seenaa dhuunfaa isaatti wanti inni har’a hojjeteefi amanu hundi mul’ata Komeenii Islaamummaa irraa kan maddedha.
Alii Kameenii mormii shaah irratti gaggeeffamerratti dammaqinaan kan hirmaate yoo ta’u, yeroo hedduus hidhameera.
Bara 1979 Warraaqsa Islaamaa booda Alii Khaameeniin Mana Maree Warraaqsaa mootummaa yeroo waliin bulchaa ture keessatti tajaajilaa ture.
Itti aansuunis itti aanaa ministeera ittisaa ta’uun dhaabbilee humna guddaa qaban Iraan keessaa tokko ta’e Korporeeshinii Eegdota Warraaqsa Islaamaa (IRGC) qindeessuuf gargaareera.
You are only one to attend your Private Incoming Calls using this app.
You are only one to attend your Private Incoming Calls using this app. During your absence if you, and someone try to disturbing your privacy of your incoming calls such as private name and numbers, then you will no need to worry about privacy “Secure Incoming Calls Lock and privacy ” secure your incoming calls using password or pattern and save your privacy and will protect your incoming calls picked by someone else. If you are worried about that somebody will attend and see your incoming calls names and number? Then Secure Incoming Call Lock Privacy that complete security to protect privacy of your incoming Calls.
Mobile owner only able to attend their incoming calls by giving security Pattern or Password or that he, she will set. Using this app nobody will answer your incoming Calls except you or unit if he she knows about pin password or pattern. You will need to add number manually or can select from Mobile Phone Contacts list to Saved List then set your desired security Password or Pattern Lock so that nobody will attend your incoming calls but only you will answer of Incoming Calls.
How to Use:
1. Download Secure Incoming Call Lock App from Google Play.
2. Open app and the set lock type and then set password or pattern.
3. To activate lock for all contacts click on “All Contacts”.
4. To activate for specific contact click on “Select Contacts” and add number manually or from contact list.
5. Done
if you want to change theme, select it and click on background button “set on background”.
Features:
👉 Secure Incoming Calls Privacy.
👉 You can Use as Calls Blocker.
👉 You can Use as Unknown Calls Locker.
👉 Enable/Disable Incoming Call Locker.
👉 Easy to Change Incoming Call Lock Screen.
👉 Draw Pattern to lock, answer incoming Calls.
👉 Enter Password to lock, answer incoming Calls.
👉 You Can Easily Change Password or Pattern.
👉 Adding single or multiples numbers from contacts.
👉 Providing Security to incoming Calls using Password and Pattern.
👉 Protect the privacy of your calls, only one to unlock and attend them and free to use.
Note:
In case of any problem. Please contact us and send us an e-mail and review briefly with the problem, we will be very keenly thankful for your interest and positive feedback.
Share Secure Incoming Call Lock app with your friends and protect your privacy you and your friends. A22





